Duration 8:39

Oromo music : Ittiiqaa Tafarii - Jabana Roorroo - New Oromo Music 2017 (Official Video)

1 985 586 watched
0
12.5 K
Published 30 Sep 2017

Oromo Music:- Ittiiqaa Tafarii - Jabana Roorroo - New Oromo Music 2017(Official Video) Google+ :- https://plus.google.com/+ MinewShewaTube Facebook :- https://www.facebook.com/Minew-ShewaTube-Records-Promotions-1761503604120088/ Subscribe :- /c/MinewShewaTube Check Out New Ethiopian Musics,Comedy and More Ethiopian Videos by Minew Shewa Tube Any unauthorized use, copying or distribution is strictly prohibited. Copyright ©2017: Minew Shewa Tube -~-~~-~~~-~~-~- Please watch: "Gildo Kassa ft Shakura (Lageba New) ጊልዶ ካሳ እና ሻኩራ (ላገባ ነው) New Ethiopian Music 2019(Official Video)" /watch/0ZgZoaaCh78CZ -~-~~-~~~-~~-~-

Category

Show more

Comments - 1085
  • @
    @salehsulimani61903 months ago I' m from yemen i listened to this song with my oromo freinds suafan and abdulbast five years ago since that time it kept in my head.
  • @
    @awetgdey82515 years ago I am an eritrea. Oromo balsema gin zefenachu hrmetu ysibenal. 5
  • @
    @masatwotdibaba25636 years ago Jaginaa ye oromoo lijii jabadhu lencaa kenyaa ijifannon kani sabaa oromoti. 44
  • @
    @kiibeemakaa74804 years ago Wowowow lencaa fakii namaa nufii jiradhuu jajjabee kenya. 2
  • @
    @bnautoservice16382 years ago True art and what amazing i always love to hear you again and again even though it makes me cry what you say that makes me happy on the way it' s just a great song l amazing.
  • @
    @siarkannaanmohammed22924 years ago Akkana goottaa koo jabadhu kaa lammii sii abdattii. 1
  • @
    @samiraoromoo22666 years ago Wowowow leencaa fakkii nama gootaa shawa na jirradhu lubbuu koo ija diina irraa nu haafi tokkichaa akka kumaa. 30
  • @
    @fekadutarsi27656 years ago I love this song! Baredaa! I want to download only legally, but where can i get it? 1
  • @
    @hassandigale20856 years ago What a wondefull song, wish i was there. 6
  • @
    @Danireaction21194 years ago Wowow jabbadha mashallaa mashaallaa 3 the good work. 1
  • @
    @4mood6 years ago What a nice music.
    oromo music is sensational.
    10
  • @
    @qalloowarratuulamaashaggar14773 years ago Misirrookoo ittiqaa koo baga sanyii koo taatee kutata koo. Ati nuuf iddoo hacee fi eebbisa faa nu butee nuuf jiraadhu bara kuma kitila.
  • @
    @diiborraamucaakaakuugoofta1314 years ago Yaa ittiiqaa leencaa keenyaa jaabaadhuu qeerraanassaa keenyaa ittii muuddi qaabasootii ciimaasii yaa sabaa koo oroomoo tiiyyaa. 16
  • @
    @seareteklay27207 years ago Love this singer really love his people and nice voice. 22
  • @
    @galoocawwaqa16202 years ago Waqaayoo umurii kee nuuf haa dheresuu haadhoo koo jabadhuu qaxalee kenyaa nuuf jiradhuu waggaa kumaa.
  • @
    @ambokoojirtuu19433 years ago Itti muddii lenca koo jiradhu sabbona oromo galanni kee bilisumma hata, u.
  • @
    @berhanamichael55194 years ago I love his music i wish it could be in amharic to understand it. Because i am from eritrea. 1
  • @
    @orolove75997 years ago Ittiiqaa tafarii emotional gooti akkanaat sirbaa wawoo nuuf jiradhu. 32
  • @
    @sinqeehidhataa42617 years ago Wooow! Hedduu galatoomaa! Nama boochisee nama boonsa! Galatoomaa raya studio, best quality. 3
  • @
    @fikresbezabih10393 years ago I love you oromo brave ethiopien congratulation jha rastafaris. 3
  • @
    @nadhfanadhifa17085 years ago Wow nuuf jiradhu gotaa kenyaa bayyee bareda sirbii kee. 1
  • @
    @abdiinkoowaqayoodhaa18926 years ago Woww jabadhuu lencha oromoo dhugaa keetii waqayoo siyya eebbi suu. 4
  • @
    @hunddahammatukoooromiyaa65084 years ago Dhugumati leenca onneen sibila itiqaa tafari nuuf buli qomoo koo bayy' ee si jallanaa. 1
  • @
    @ebbisagano57147 years ago Woow bagan oromoo tahee dhugaa wellisaa akkasi qabaachu keenyaaf i am very happy.
  • @
    @m2mww2436 years ago Wow woow ittiqaa keenyaa galanii kee bilisummaa yaa ta' uu gootaa keenyaa umurii dheeraan sif hawaa.
  • @
    @keysesharmarke37974 years ago I don' t understand oromo but it is very close to somali music greetings from hargeisa somaliland. 3
  • @
    @marymwaya35013 years ago Bara baraan woreega laana yaa rabbii nuuf birmadhu bara 2021 bara bilisummaa nuuf godhi yaa allaah. 1
  • @
    @elshadayyesuussooretube27024 years ago Wooowoo yeroonni suuraa eebbisaa fudhatu sana uuff lamiiko waaqumti bilisa isin haabaasuu itiiqaa umuriikee nuuf haadheeresuu goota keenya.
  • @
    @nasraasanyiiabiyiahemd48916 years ago Itiqaan kun osumaa imannaa fudhaachuu batelee
    ebiisaa aduniiyaa namati fakkataa
    shurubee akka woliiti.
    10
  • @
    @rabiyaaqasiimkadir63314 years ago Wowowowo sanyii ko lencaa oromoo nuf jiraadhuu dhigaa ko umrii nufi dheeradhuu.
  • @
    @mahamedhassancom27834 years ago Nice oromo music
    im from sudan.
    14
  • @
    @saniiwak38895 years ago Wow waluman jiraa jabadhaa got oromiyaa waqni faya sif ya kenuu.
  • @
    @waqayyoontikseekootisnaap36864 years ago Leencootaa keenyaa kanaa du' ee waqaayyoo gummaa isani haa basuu kanaa jiruu waaqayyoo umurii keessani nuf haa dheerasuu jajjabee waan koo. 1
  • @
    @birqemulata5253 years ago Nuuf jabaadhuu jajjabee koo waqayyoo ija diinaa sirraa yaa qabu of eegi atis.
  • @
    @leellisesanyiihaacaluuhund2154 years ago Ittiiqaa kenyaa jabaadhu kaa imana gootaa kenya ebbisa addunyaa galman gahii tokkicha sanyii taadde birruu qaxalee ilma abba gadaa.
  • @
    @alamiyoussef22944 years ago Mashaalaa. Alah. Leca. Leca oromo. Goto. Ija. Hama. Rabbain. Sii. Irra. Haa. Eeguu. Bayye sii.
  • @
    @bnautoservice16382 years ago He just wonderful my god keep you long life.
  • @
    @waqomolu93974 years ago We love you so much our heroe, the legendric but god love you so much go and shine on way. Oromo and oromia nations will miss you. 4
  • @
    @kiasc77474 years ago Aster sanyii taddee biru
    jabadhaa oromoo koo.
  • @
    @munibalhaj57416 years ago U ar shining oromo boys. And bouetifull stage. Love frm somali ogaden. 10
  • @
    @jesusislord55134 years ago Wayyoo bagumaan oromoo ta' e.
    bagumaan sanyii gotoota irraa dhaladhee oromo koo.
  • @
    @birqemulata5253 years ago Leenca keenya waqayyoo ija diinaa sirraa yaa qabu of eegi atis.
  • @
    @naiimaahusayut8034 years ago Uuuufii yaa rabbii kiiyyaa maallii kunii sillaa barii.
  • @
    @senafbontu13742 years ago Yaa lami koo na jabadhu guuyan hindhufa oromofi.
  • @
    @mulunashiititchaaeth8987 years ago Wow bayee namatii toltaa sanyii lencaa galanii kee bilisumaa haa ta' uu. 3
  • @
    @radiakebalo68106 years ago Leencaa kenyaa umrii dheradhu rabbii si haa eguu. 2
  • @
    @kenenisakejela55582 years ago You are same with the hero of the ebbisaa adunyaa.
  • @
    @siifaanyoni40947 years ago Uuuufff lencaa koo malumman siif godhaa. 9
  • @
    @naanneetyoutube40134 years ago Walaloonke addaam falmataa keenya nuuf jiraadhuu bakka buutee haaceekoo.
  • @
    @boniiamboo84144 years ago Yaa waqayyoo hamati hin lati itiqakoo. 2
  • @
    @getekuma27116 years ago Hadhaa sii deesse umuri haa dheressu jiraadhuu god bless you. 3
  • @
    @masiimasii45953 years ago Ittiqaa koo onnee sibilaa uumurii dheraa nuuf jiradhuu.
  • @
    @bnautoservice16382 years ago All i wish and hope i just want to be alive one day i could be on a stage and say thank you for good performance and good art and true speaking especially . ...Expand
  • @
    @Gafa996Gaddisa5 years ago I like two friends how they jump. Oromo peoples are good. 11
  • @
    @mashaalaaamashalaaathubi3347 years ago Lencaa oromiya mali godha wayyaa ladhufii qawwee isatin bilisumaa fidaa dhiri akkanaa qabnaa kunoojabadhuu.
  • @
    @roberob96347 years ago Wow sabonaa dhugaa nuf jiradhuu si jallanna gotaa kenyaa.
  • @
    @halima12943 years ago Jabadhu lenca kenyaa rabbii umarii kee haa dhereesu,
  • @
    @khadeejadaba91456 years ago Faayaa taaii umurii kee waqqayoo yaa dheerechuu.
  • @
    @hayathayat36186 years ago Uuf sabaako atti jiraadhu waggaa kumaa. 1
  • @
    @jiittuuadaraa51077 years ago Woww lencha koo akkas kaa jabadhu kormaa namaa. 27
  • @
    @zinetzinet28744 years ago Jabadhu yaa saba oromo injifanon kanuma oromotti oromo biyya gote hedu.